🎉 Upp till 70% rabatt pĂ„ utvalda varorSe rea
Caalaa Haahiluu Abaataa | HADHOOFTUU : ASOOMA AFAAN OROMOO : Asooma afaan Oromoo
HomeButik

SÅLD.

TyvÀrr Àr detta exemplar redan sÄlt.

Eller lÀgg upp en aktiv sökning pÄ finndinbok.nu:

Information om Hadhooftuu : Asooma afaan Oromoo av Caalaa Haahiluu Abaataa

Nama ta’i! Nama ta’uuf of ta’i! Of ta’uuf immoo dursii of beeki! Kunis ab­­­­­­­ba­­a­­ kee, haadhakee, akaakuu kee, warra­ kee, gosa kee, sanyii kee, qaccee kee, balba­­la kee, saba kee fi biyya kee bari! Baruuf gaggaafadhu! Iyyaafadhu! Qoqqorad­­hu!  Hadhooftuun dawaadhas, summii dhas; abbaa sirnaan of eeggannoon fudhateef dawaa addaati. Kaanif immoo faallaa kanaatti summii tahee waan lubbuu guraaru taha. Hawwiin bayeessa. Namni hawwii qabu abdii qaba. Namni abdii qabu immoo kaayyoo qaba. Namni kaayyoo qabu karoora qaba. Karoora sana hojiirra oolchufii maniin gahuuf halkuu guyyuu kutannoo fi murannoon socho’a. Barreessicha! Barroo kana akka dansaattiin dubbisee jira. Qabiyyeensaas, hawaasummaa, diinagdee, siyaasaa fi haala uummanni Oromoo guddaan kun yeroo ammaa keessa jiru kan senessuudha. Dr. Anbisaa Hordofaa Bara hadhooftuu keessa hadheeffatanii qofa utuu hin taane, xiiqeffannaan ha’anii keessa darbu. Orom-dur dubbii beeka; kanaafuu, mammaaksaaf dubbii ogummaa falaasama kuush duraanii warra amma jirru kanaan ga’e. Hadheeffannaan qeerroofi qarreewwan keenyaa lafa aggaama kenyaa sanaan akka nuga’u shakkii tokkollee hin qabnu. Caalaa Haa hiluu ogeessa, aartistii, hayyuu seeraa, hayyuu afaanii fi ilma Orom-kan duudhaafi safuun guddate; kan dacheen Oromiyaa biqilchitedha. Qabsoo finiinsa ogbarruu Oromoo barataa Yunivarsiitii Adaamaa ta’ee utuu jiruu eegale sana ammammoo dhalootaaf akka ta’utti halaalarra taa’ee akka waan gidduu keenya jiruutti dhimma keenya seenesse. Qaroon Oromoo kun nama guddaadha;Waaqni guddaan nuuf haaguddisu!! Beekan Gulummaa Irranaa-Kaadhimamaa PhD Barreessaa, Barsiisaafi Qorataa afaaniifi Aadaa You are among the fighters with the power of uprooting the rancid empire! During Britain’s absolute monarchy era, Locke wrote’’ no one is intended by God to be the natural ruler of anyone else’’. For French revolutions; revolutionary thinkers, philosophers and authors have done indispensable pen and paper fight which ignited a fire of freedom for freely born human kind. May your thanks be realization of our biggest nation’s dreams! Yonayad Yadecha, LLB, Instructor at Kalasin Rajabhat University,Thailand

Bindning: HĂ€ftat band.År: Utg. 2015. OmfĂ„ng: 287 s. ISBN: 9789163778414. SprĂ„k: Oromo

Författare: Haahiluu Abaataa, Caalaa
Titel: Hadhooftuu : Asooma afaan Oromoo
Undertitel: Asooma afaan Oromoo

Förlag: Författares Bokmaskin
Genre: UtlÀndska berÀttare
Artikelnr: 53499245

Hadhooftuu : Asooma afaan Oromoo av Caalaa Haahiluu Abaataa hittar du under genren Modern & samtida skönlitteratur inom Romaner & noveller i kategorin Skönlitteratur. Hitta fler liknande böcker:

$34.29
Caalaa Haahiluu Abaataa | HADHOOFTUU : ASOOMA AFAAN OROMOO : Asooma afaan Oromoo—

Produktinformation

Frakt & Returer

Description